Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Wal-dhabdeen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Keessatti Uumame Ittuma Fufee Jira

Дата публикации: 06-09-2024 18:47:20

Jiraattota magaalaalee naannoo Tigiraay waliin marii taasisuu kan jalqaban prezidaantiin yeroo kan naannichaa Geetaachoo Raddaa, mariin sun hanqina bulchiinsichi qabu sirreessee, dhimmoota gaarii ta’an immoo itti fufsiisuufi jechuun dubataniiru. Hooggana isaanii irrattis maqa balleessiin akka taasifamaa jiru dubbatan.
Gumii dhiyeenya taasifameen itti aanaa dura taa’aa ABUT ta’uun kan filataman himannaa obbo Geetaachoo kana haalaniiru.
Paartiin Arreenaa gama isatin waldhabdeen  ABUT gidduutti uumame gara rakkoo nageenyaatti akka hin geessine yaadachiiseera. Gabaasa Mulugeetaa Atsbeha  dhimma kana irratti qopheese Tujube Horaatu dhiyeessa.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan06.0831-07-2024
2Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
3Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 05.4409-08-2024
4Gareeleen Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Eega Torban Dabre Muummicha Ministaraa Abiyyi Wajjiin Mari'atanii Boodallee Wal-Himataa Jiran 08.4213-12-2024
5Humnoonni Naga Eegumsa Tigraay Dhimma Siyaasaa Nannichaa Keessa Akka Hin Seenne Paartileen Naannoo Sanaa Gaafatan07.8216-09-2024
6Bulchiinsi Yeroo Kan Naannoo Tigraay Hooggansi ABUT Fongolcha na Irratti Geggeessuuf Shire Jechuun Himate07.3419-09-2024
7Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe06.6929-08-2024
8Gaaffiin Bu'uraa Tigiraay Otuu Deebii Hin Argatiin "Waraanni Tigiraay" Akka Faca'u Taasisamaa Jira, Jedhan Dr. Debretsiyoon G/Mikaa'el 05.4420-12-2024
9Namoonni Aanaalee Raayyaa Irraa Buqqa’an Kuma 20 ol Tahan Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkachaa Jiran Himatan09.1212-07-2024
10Dura-taa’aan ABUT Dabre-Tsiyoon Gebre-Mikaa’el Kufaatii Hooggansa Dhaabichaa Mudate Furuuf, Yaa’iin Waliigalaa Barbaachisaa Tahuu Dubbatan010.9812-08-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.09. Источник: www.voaafaanoromoo.com.