Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Namoonni Sababaa Waraansaatiin Wal-Qaayit Irraa Buqqa'an Q'ee Isaaniitti Deebifamuu Jalqabu, Jedha Bulchiisi Yeroofii Naannoo Tigiraay

Дата публикации: 15-07-2024 18:46:59

Namoonni Walqaayitirraa buqqa’anii jiran gara qe’ee isaaniitti deebifamuu jalqabu jechuun Bulchiinsi Naannoo Tigiraay ibsa kennee jria. Bulchiinsi yeroo naannoo igiraay Godina Tigiraay lixaa jechuun kan waamuu fi erga waraanni Kaaba Itiyoophiyaa ka’een bood immoo naannoon Amhaaraa Godina Welqaayiit Xegedee Seetiit Humaraa jechuun bulchiinsa dhaabeeru bakkoota falmisiisoo kanatti namoonni qe’ee isaaniirraa buqqa’aniiran deebisuun akka jalqabamuuf jiru Itti aanaan pireezidaantii naannoo Tigiraay Leetinaat Jeneeraal Taaddesee Werredee sanbata dabarsina kana himan.
Itti aanaan Pireezidaantii naannoo Tigiraay ibsa saba himaaleef kennan keessatti naannichatti bulchiinsa naannoo Amaahraatiin kanneen bulchiinsarratti muudamaaniiran amma hojii akka dhabaanii jiranii fi ammas naannicha kanneen hin gadhiisne waan jiraniif humna waraanaa biyyattii waliin mariin taasifamaa jiruun yeroo gabaabaa keessatti namoota sababa waraanaan qe’ee isaaniirraa buqqa’anii turan gara qe’ee isaaniitti deebisuun ni jalqabama jedhaniiru.
Humna waraanaa biyyattiin alatti qaamooleen hidhannoon bakka sana keessa jiran hundi akka baafamanii fi dhalataa bakka sana ta’aanii kanneen bara 2013 dura hidhannoo meesshaa waraanaa qaban akkasumas kanneen milishaa naannoo turan hidhannoo isaanii waliin gara qe’ee isaaniitti deebi’u jedhaniiru Leteeneenat Jeneeraal Taaddesee Werredee.
Dhimma kanarratti gama bulchiinsa mootummaa Naannoo Amhaaraarraas ta’e bulchiinsa naannichaan Welqaayiti Xegedee Seetiit Humaraa jedhamee dhaabbateeru angawoota isaaniirraa deebii argachuuf yaaliin taasiise naaf hin milkoofne jechuun Maqaleerraa Muluugeeta Atsibahaatu gabaase.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Raayyaa, Alaamaaxaa fi Naannoo Sanarraa Namoonni Buqqa’anii Turan Kuma kudha Torba Qe’ee Ofiitti Deebifamanii Jiru06.726-07-2024
2Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
3Kanneen Yaa'ii Geggeessan Hoogganoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Ibsa Kaabineen Bulchiisa Yeeroofii Naanichaa Baase Morman 07.8225-09-2024
4Bulchiinsi Yeroo Nannoo Tigiraay Kanneen Hojii Bulchiinsicha Gufachiisan Irratti Tarkaanfiin Fudhadha Jedhe06.6929-08-2024
5Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 05.4409-08-2024
6Tigiraay Keessatti Waggoota Shanii Booda Yeroo Duraatiif Qormaatni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Har’a Kenname09.7709-07-2024
7Namoonni Aanaalee Raayyaa Irraa Buqqa’an Kuma 20 ol Tahan Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkachaa Jiran Himatan09.1212-07-2024
8Namoota Tigraay Keessaa Buqqa’an Deebisuuf Hojiin Hojjetamu Lafa Irra Harkiifamuun Rakkoo Nutti Hammeesse, Jedhan Buqqaatonni06.5614-06-2024
9Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan06.0831-07-2024
10Rakkoo Naannoo Tigraay keessaa Furuuf  Mootummaan Federaalaa Gargaarsa Barbaachisu Akka Taasisu Bulchiinsi Yeroofii Tigiraay Gaafate  09.512-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.54. Источник: www.voaafaanoromoo.com.