Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Namoota Tigraay Keessaa Buqqa’an Deebisuuf Hojiin Hojjetamu Lafa Irra Harkiifamuun Rakkoo Nutti Hammeesse, Jedhan Buqqaatonni

Дата публикации: 14-06-2024 18:04:09

Wal waraansa Itiyoophiyaa kaabaa sana booda gaaffiin abbummaa lafaa kan irratti ka’aa jiru bulchiinsa naannoo Tigraayii fi Amaaraa daangeessan irraa kanneen goodaana hundumaa hojiin deebisuu yeroo qabamee tureetti raawwatamaa akka hin jirree kunis rakkoo itti hammeessuu isaa kanneen godaana ibsanii jiru.
Anaa Tsalamt irraa buqqa’uu isaanii sagalee Amerikaaf kanneen ibsan kun hanga Caamsaa 30tti bara 2016tti akka deebi’an gochuuf akeekamee akka turee ibsanii garu  haga ammaatti ituu hin deebifamiin turuu isaanii fi baatiin roobaa dhaqqabuun rakkoo isaanii hammeessuu akka danda’uu ibsan.
Dhimma kana irratti bulchiinsa yeroo kan Tigraayii fi waajiira koomuunikeeshinii mootummaa Feedeeraalaa irraa deebii argachuuf yaaliin ta’e hin milkoofne.
Ta’uus garu Tigraay keessatti bulchaan godiina Kaaba dhiyaa Obbo Kalaalii Haagaaz akka jedhanti aanaa Tsalamt keessatti wal waraansa booda caasaan bulchiinsaa fi nageenyaa hundeeffaman humnoota nageenyaa kan Feedeeraalaan akka diigaman ta’u dhabuun kanneen qe’ee ofii irraa buqqa’an yeroon deebifamuu hafuu isaaf sababaa dha jechu isaanii Muuluugeetaa Atsbahaa Maqalee irraa gabaasee jira.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Raayyaa, Alaamaaxaa fi Naannoo Sanarraa Namoonni Buqqa’anii Turan Kuma kudha Torba Qe’ee Ofiitti Deebifamanii Jiru06.726-07-2024
2Namoonni Sababaa Waraansaatiin Wal-Qaayit Irraa Buqqa'an Q'ee Isaaniitti Deebifamuu Jalqabu, Jedha Bulchiisi Yeroofii Naannoo Tigiraay06.5415-07-2024
3Tigiraay Keessatti Waggoota Shanii Booda Yeroo Duraatiif Qormaatni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Har’a Kenname09.7709-07-2024
4Ukkaamsaa, Ajjeechaa fi Miidhaalee Biroo Saala Irratti Hundaa'ee Dubartoota Irratti Raaw'atamu Mormuun Maqalee Keessatti Hiriirri Bahame04.7626-06-2024
5Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame05.2902-08-2024
6Dura-taa’aan ABUT Dabre-Tsiyoon Gebre-Mikaa’el Kufaatii Hooggansa Dhaabichaa Mudate Furuuf, Yaa’iin Waliigalaa Barbaachisaa Tahuu Dubbatan010.9812-08-2024
7Namoonni Aanaalee Raayyaa Irraa Buqqa’an Kuma 20 ol Tahan Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkachaa Jiran Himatan09.1212-07-2024
8Paartiileen Tigiraay Keessa Socho'an Sadii Gochaa Adda Bilisummaa Uummata Gigiraay Balaaleffachuun Ibsa Kennan06.0831-07-2024
9Getaachoo Raddaa Akka Yaa'ii Adda Bilisummaa Uummata Tigiraayitti Hin Hirmaanne  Beeksisan 05.4409-08-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 9. Тональность: 0. Информативность: 6.56. Источник: www.voaafaanoromoo.com.