Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Gareen Waraana Saffisaa Sudaan ‘RSF’ Namoota Nagaa 120 Ajjeesuu Tokkummaan Mootummootaa Ibse

Дата публикации: 28-10-2024 18:25:38

Sudaan giddu galeessa Bahaa keessatti waraana saffisaa (RSF) jedhamuun namoonni 120 ol ajjeefamuu Tokkummaan Mootummootaa fi gareen Doktorootaa ibsanii jiru.
Gareen hakiimotaa fi Tokkummaan Mootummoota akka jedhanitti loltoonni Humnoota Deeggarsa Saffisaa kanneen maqaa gaarii hin qabne Sudaan giddugaleessa bahaa keessatti haleellaa guyyoota hedduudhaaf raawwataniin magaalaa tokko keessatti namoota 120 ol ajjeesan.
Gareen RSF waraana Sudaan irraa haleellaa irratti gaggeeffameen  maadhee naannoo Sanaa qabu eega dhabee booda, haleellaa ammaa kana immoo waraana Sudaan irratti gaggeesse.
Ibsii Tokkummaan Mootummootaa Smabata dabree  baasee akka jedhetti, loltoonni RSF Onkoloolessa 20-25 gidduutti kutaa Geziraa gama bahaa fi gama kaaba magaalootaa fi gandeen keessatti jeequmsa uumuun namoota nagaa ykn siviloota irratti dhukaasuun dubartootaa fi shamarran irratti humnaan gudeeddii raawwachuu isaanii ibseera.Gamtaan Doktorootaa akka beeksisetti, magaalaa Sarihaa keessatti yoo xiqqaate namoonni 124 du'anii 200 ammoo madaa'aniiru.
Haleellaan kun torban darbe magaalaa Tamboul fi gandoota Geziraa bahaa fi kaaba keessatti namoota 46,500 ol qe’ee isaanii irraa buqqa’uu ragaan Dilbata kaleessaa Dhaabbata Godaantota Idil-addunyaa (IOM) irraa argame ni mul’isa.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Jalqaba Baatii Sadaasaa Irra Keeniyaan Poolisii Itti Dabalaa Heeytiif Erguuf Ka Jirtu Ta’uu Beeksiste07.1314-10-2024
2Biyyoonni Addunyaa Irraa Hiyyeeyyii Ta’an 26 Rakkoo Maallaqaa Hamaa Keessa Jiraachuu Baankiin Addunyaa Beeksise09.7814-10-2024
3Abukaatoon Pireezidaantii Kooriyaa Kibbaa Aangoo Irraa Kaafame Deggertoonni Isaanii Akka Hin Hidhamne “Hanga Dhumaattan Qabsaa’a” Jedhan  07.5702-01-2025
4Lammileen Namibiyaa Eega Filannoon Sababa Teekinikaan Dhaabatee Booda Gara Buufatalee Filannootti Deebi’udhaan Sagalee Kennaa Olan09.3829-11-2024
5Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira 06.2407-03-2025
6Kaadhimamaan Itti Aanaa Prezidaantii Ameerikaa Yaa'ii Biyyoolessaa Dimokraatotaa Guyyaa Sadaffaa Irratti Kaadhimummaa Isaanii Simatan07.322-08-2024
7Six RPI students awarded National Science Foundation Graduate Research Fellowships 08.1523-04-2026
8Enrolling in SUSU Has Become More Money-saving: How to Save up to 12% on Your Tuition021.9513-08-2026
9Дагестанский госуниверситет запустил программу гарантированного зачисления0023-07-2025
10Over 2000 First-year Students Chose Modern Education: Enrolment Orders Signed at SUSU025.1910-08-2026

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.5. Источник: www.voaafaanoromoo.com.