Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Lammileen Namibiyaa Eega Filannoon Sababa Teekinikaan Dhaabatee Booda Gara Buufatalee Filannootti Deebi’udhaan Sagalee Kennaa Olan

Дата публикации: 29-11-2024 19:41:15

 Akkaataa karoora komishiini filannoo biyya  Namibiyaatti, filanoon kan jalqabe Roobii dheengadaa ta’us, sabba Rakina tekinikaa umamee fi mormii ka’een,  guyyaan filannoo akka dheeratu taasifamuun isaa gabaasameera.
Sababa rakina meeshaalee sagalee kennitoonii ittin galama’anuu fi sababa hanqina waraqaa sagaleen ittin kenamuutiin kan ka’ee lammileen biyyatti pezidaantiidhaafi miseensota mana maree bakka bu’ootaatiif sagalee kennuuf bahan sa’’atii 12f dhaabbatanii eegachaa akka turan oduu gabastotatti himaniiru.
Filannoo Jimaata har’aa buufatalee 36 keessatti taasifamaa jiru Kanaan Partiin bara walabummaa biyyatti bara 1990 jalqabee waggoottan 34 biyyatii bulchaa jiru Partiin dhaabbataa umata kibbaa dhiha Afrikaa ykn SWAPO jedhamee kan beekamuu morkii cimaa keessa akka seenaa jiru gabaasameera.
  Hojii dhabiinsaa dargaggootaa, gara garuumaan jireenyaa lammilee biyyatti gidduutti mulachaa jiru guddachuun isaa, keesumaa dargagootaa erga SWAPON angoo qabatee as dhalatan birratti xiyyeefannaa guddaan waan itti kennameef, paartii bara 1990 jalqabee aangoo irra jiru morkii keessa galchuu akka danda’e ibsamera.
  Akka gabaasalee laammilee biyyatti waabefachuudhaan ifa ta’aniitti amma har’aatti namoottan filannoodhaaf galmaa’uu danda’an miiliyoonii tokkoof walakaa qofa. Akka komishiiniin filannoo biyyatti ibseetti filaniichii amma Sambata bortii itti fufa.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Sudaan Keesstti Mootummaa Lama Wal Maddiitti Hundeessuun Balaa Fiduu Akka Malu Gamtaan Afrikaa Akeekkachiise07.7212-03-2025
2Jalqaba Baatii Sadaasaa Irra Keeniyaan Poolisii Itti Dabalaa Heeytiif Erguuf Ka Jirtu Ta’uu Beeksiste07.1314-10-2024
3Manni-Maree Bakka-Bu’ootaa Itiyoophiyaa Wixinee Qonnaan Bulaa Lafa Qabiyyeesaa Qabsiisee Baankiirraa Liqaa Fudhachuu Dandeessisu Raggaasise011.6514-05-2024
4Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 37ffaa Har’a Finfinneetti Jalqabame07.0317-02-2024
5Naayijeriyaa fi Biyyoota Afrikaa Biroo Keessatti Gochaan Harma Sibiila How’aan Diriirsuu Dubartootatti Rakkoo Fayyaa Uumaa Jira09.5422-02-2024
6Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira 06.2407-03-2025
7Manni Murtii Zimbaabwee Nama Siyaasaa Guyyoota 600f Hidhaa Keessa Ture Akka Gad Dhiisamu Ajaje08.2631-01-2024
8Jarmaniin Waldhabdee Rippaablikii Dimokraatawaa Koongoon Walqabatee Gargaarsa Haaraa Ruwaandaaf Gootu Dhaabde06.405-03-2025
9Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamar Keessatti Ukkamfanii Haala Rakkisaa Keessa Turan 32 Wiixata Har’aa Gara Itiyoophiyaatti Deebifaman07.310-03-2025
10Jilli Yunaayitid Isteetis Prezidaantii Haaraa Filatame Waliin Wal Argan06.0827-05-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.38. Источник: www.voaafaanoromoo.com.