Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira 

Дата публикации: 07-03-2025 20:34:52

Dhaabanni geejiba baaburaa biyyaleessa Faransaay jimaata har’aa akka beeksisetti, naanoo buufata baaburaa imaltoonii itti baayatanuufi Gaak di Noord jedhamuti boombiin  bara walwaraansaa aduunyaa isa 2ffaa ture ittu hin doohin waan argameef geejibinni baaburaa naanoo fi biyyalessaa akka dhaabatuu dirqisiiseera.
Dhaabbanni geejibaa baaburaa biyya Faransaay boombii kana ilaalchisee fuula miidiyaa hawaasa X irratti ibsa kenneen, geejibiin baaburaa Faransaayiin biiyyottan awuurooppaa biroo wajjin wal quunamisisus akka dhaabatu taasifameera.
Akka dhaabanni geejiba baaburaa Awurooppaa fuula marsartii isaa irratti beeksisetti, baaburaawan paarsi irra ka’anii gara magaalota Awurooppaatti imaluuf turan Sadii karoorrii imala isaanii akka hafuu taasifameera.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Walitti-bu’insa Dheessuun Namoonni Koremii fi Ofilaarraa Bu’qqa’an Gargaarsa Akka Argachaa Hin Jirre Dubbatan08.0624-05-2024
2Fiigichi Guddichi Kan Itiyoophiyaa Marsaa 23ffaan Finfinneetti Geggeessame09.9221-11-2023
3Mootummaa Itiyoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo Gidduutti Mariin Nagaa Marsaa Sadaffaa Geggeessamaa Laata?06.8922-02-2024
4 Mooraa Baqattootaa Keeniyaatti Argamu Keessatti Dhukaasa Poolisoonni Bananiin Baqattoota Afur tu Madaa'e 06.8904-03-2025
5Hariiroon Jiru Laaffataa Waan Adeemeef Yunaayitid Isteetis Ambaasaaddara Afriikaa Kibbaa Ari’uuf Jetti05.4815-03-2025
6Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 37ffaa Har’a Finfinneetti Jalqabame07.0317-02-2024
7Manni-Maree Bakka-Bu’ootaa Itiyoophiyaa Wixinee Qonnaan Bulaa Lafa Qabiyyeesaa Qabsiisee Baankiirraa Liqaa Fudhachuu Dandeessisu Raggaasise011.6514-05-2024
8Itti fayyadama Bishaanii Kuusaa laga Abbayyaa Irratti Walii Galteen Jiru Hojii Irra ooluu Muummichi Ministeera Abiy Ahimed Beeksisaniiru07.7214-10-2024
9Jalqaba Baatii Sadaasaa Irra Keeniyaan Poolisii Itti Dabalaa Heeytiif Erguuf Ka Jirtu Ta’uu Beeksiste07.1314-10-2024
10Abukaatoon Pireezidaantii Kooriyaa Kibbaa Aangoo Irraa Kaafame Deggertoonni Isaanii Akka Hin Hidhamne “Hanga Dhumaattan Qabsaa’a” Jedhan  07.5702-01-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.24. Источник: www.voaafaanoromoo.com.