Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Abukaatoon Pireezidaantii Kooriyaa Kibbaa Aangoo Irraa Kaafame Deggertoonni Isaanii Akka Hin Hidhamne “Hanga Dhumaattan Qabsaa’a” Jedhan  

Дата публикации: 02-01-2025 17:47:30

Pireezidaantiin Kooriyaa Kibbaa duraanii Yuun Saak Yool seera waraanaa kaa’uuf erga yaalaaniin yeroo gabaabaa keessatti aangoo irraa akka kaafaman taasifamaniif Abukaatoo kan ta’e xalayaa deeggartoota isaaf bareesseen maamalii isa akka hin hidhamneef jecha hanga dhumaattin qabsa’a jechuun walitti qabeera. Namoota deeggarsa Yuuniif Kamisa har’aa naannoo mana jireenyaa isaaniitti walitti qabamaniiraniif xalayyaan kun kan raabsameef yommuu ta’u namoonni bakka sanatti argamanis nuti pireezidaantii keenya iirra ittisuuf asitti wal geenye qaamni biraan seeran ala isa hidhuuf waan deemuufidha jedhaniiru. Aaangoon uummataa maala akk ta’es agarsiisuufidhas jedhaniiru. Kana dura kanneen Pireezidaantichi akka gadhiisuuf hiriira irratti ba’anis bakkuma mana jireenyaa Yuun kanatti kan ba’anii ture.
Manni murtii immoo Kibxata darbe kana gaaffii Ejeensiin farra malaanmaltummaa Yuun akka to’annaa jala oolfamu dhiyyesse mirkaneessera. Ajajni manni murtii kan ba’es Yuun waajjirri isaa akka hin sakatta’amne dhorkuu isaarraan akan dhufedhas jedhameera. Ajajni hidhaa Ejeensiin farra malaan maltummaa Kooriyaa Kibbaa mana murtii irraa baafate hanga gaafa Wiixata dhufu Amajjii ja’aattidha. Hidhaan kun yoomii fi ahaala kamiin raawwachuu danda’a kan jedhu ammayyuu ifaa miti. Kanneen tajaajila egumsaa Pireezidaantii duraaniif kennaa jiran garuu qorattoonni sakatta’insa
akka hin taasiifne dhorkaniiru. Hidhaan kun hojiirra kan oolu yoo ta’emmoo pireezidaantii biyyattii hidhame kan jalqabaa ta’a.
 
Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Walitti-bu’insa Dheessuun Namoonni Koremii fi Ofilaarraa Bu’qqa’an Gargaarsa Akka Argachaa Hin Jirre Dubbatan08.0624-05-2024
2Jalqaba Baatii Sadaasaa Irra Keeniyaan Poolisii Itti Dabalaa Heeytiif Erguuf Ka Jirtu Ta’uu Beeksiste07.1314-10-2024
3Itti fayyadama Bishaanii Kuusaa laga Abbayyaa Irratti Walii Galteen Jiru Hojii Irra ooluu Muummichi Ministeera Abiy Ahimed Beeksisaniiru07.7214-10-2024
4Humni addaa Sudaan “RSF “ jedhamu  Bakkawwan To’ate Keessatti Aangoo Bulchiinsaa Akka Hundeeffatu Himuun Yaaddoo Uumee Jira06.6127-02-2025
5Paartii Rippuubilikaaniirraa Dhalattuun Itiyoophiyaa Niwu Yoork Keessaaa Barcuma Paarlaamaa Yunaayitid Isteetis Qabachuuf Dorgomaa Jiran014.5313-02-2024
6Mootummaan Itiyoophiyaa Gareen Abut Debre-Tsion Gebre-Medhiniin Dursamu Waliigaltee Pritooriyaa Cabsaa Jira, Jechuun Gabaasame  0814-03-2025
7Hojii Moodelii fi Beeksisawwan Adda Addaa Hojjechuun Kan Beekamtu Shamaree Qananii Addunyaa Du’uun Himame06.0811-03-2025
8Jilli Yunaayitid Isteetis Prezidaantii Haaraa Filatame Waliin Wal Argan06.0827-05-2024
9Manni-Maree Bakka-Bu’ootaa Itiyoophiyaa Wixinee Qonnaan Bulaa Lafa Qabiyyeesaa Qabsiisee Baankiirraa Liqaa Fudhachuu Dandeessisu Raggaasise011.6514-05-2024
10Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira 06.2407-03-2025

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 7.57. Источник: www.voaafaanoromoo.com.