Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Manni Murtii Zimbaabwee Nama Siyaasaa Guyyoota 600f Hidhaa Keessa Ture Akka Gad Dhiisamu Ajaje

Дата публикации: 31-01-2024 19:20:17

Hogganaan paartii mormituu Joob Sikaalaa bara 2022 paartiin biyya bulchu leellisaa mirga namaa garee mormituu irraa ta’e ajjeese kan inni jedheef mootummaan himannaa sana haaleen booda, jeequmsa ummataa kakaasuun himatamee mana hidhaatti darbame
Kibxata darbe abbaan murtii jeequmsa ummataa kakaasuu isaatiin yakkamaa isa taasisee hidhaa waggaa lamaa itti murus, yeroo dheeraa mana hidhaa keessa waan ammaaf bilisa ta’eera.
Abukaatoon Sikhaala maamilli isaanii murtii kana irratti ol’iyyannoo akka dhiyeessan dubbataniiru. "Hin boqonnu. Dhimmicha ol'iyyannoof gara Mana Murtii Ol'aanaatti akka geessinu qajeelfama arganneerra. Wanti nuti barbaannu bilisa ta'uu malee murtii salphaa ta'een murtiin akka kennmu miti. Lakki, kana irratti walii hin galle." Jedhan.
Sikhalaan paartii mormituu Citizens Coalition for Change (CCC) jedhamuuf hogganaa dha.
Bara 1999 erga hojii siyaasaa jalqabanii qabee yeroo kudhanii ol hidhamaniiru.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Lammileen Namibiyaa Eega Filannoon Sababa Teekinikaan Dhaabatee Booda Gara Buufatalee Filannootti Deebi’udhaan Sagalee Kennaa Olan09.3829-11-2024
2Kulokhe Kujikelwana Inyoka Ephilayo Phakathi Kwabathi Umongameli Emmerson Mnangagwa Abuse Kuze Kufike u2030 Labenqaba Lokho08.1630-01-2025
3Varimi Votyira Kukanganisirwa Fodya neMvura Yawandisa05.8924-02-2025
4Jarmaniin Waldhabdee Rippaablikii Dimokraatawaa Koongoon Walqabatee Gargaarsa Haaraa Ruwaandaaf Gootu Dhaabde06.405-03-2025
5Vamwe Varimi Vanoti Vari Kufara neZvakabuda muMusangano weKuzeya Nyaya yeKuti Vave Varidzi veMinda 08.1617-12-2024
6Jalqaba Baatii Sadaasaa Irra Keeniyaan Poolisii Itti Dabalaa Heeytiif Erguuf Ka Jirtu Ta’uu Beeksiste07.1314-10-2024
7Walitti-bu’insa Dheessuun Namoonni Koremii fi Ofilaarraa Bu’qqa’an Gargaarsa Akka Argachaa Hin Jirre Dubbatan08.0624-05-2024
8Sudaan Keesstti Mootummaa Lama Wal Maddiitti Hundeessuun Balaa Fiduu Akka Malu Gamtaan Afrikaa Akeekkachiise07.7212-03-2025
9The Zambian government has arrested the main opposition leaders on the very night of the elections04.2617-08-2026

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 9. Тональность: 0. Информативность: 8.26. Источник: www.voaafaanoromoo.com.