Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Mootummaa Itiyoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo Gidduutti Mariin Nagaa Marsaa Sadaffaa Geggeessamaa Laata?

Дата публикации: 22-02-2024 01:08:53

Waldhabdee Mootummaa Itiyoophiyaa fi Waraana Bilissummaa Oromoo gidduu jiru karaa nagaa hiikuuf mariin Araaraa marsaa lamaaf biyya Taanzaaniyaatti taasifamaa ture walii galteerra osoo hin ga’amiin xumuramuun isaaa ni beekama. Milkaa’uu dhabuu mariiwwan kanaa ilaalchisuun, Muummichi Ministaraa Itiyoophiyaa, Abiyyi Ahimed, dursaan ajajoota raayyaa ittisaa Itiyoophiyaa, Fiild Maarshaal Biraanuu Juulaa fi Prezidaantiin naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa yeroo adda addaatti yaada kennanii jiran. Mariiwwan ammaan dura geggeessamanii fi carraa itti fufinsa isaa egeree ilaalchisee
Mitikkuu Fiqaaduu yaada Angawoonni mootummaa Itiyoophiyaa yeroo garaa garaatti jedhan hordofuun gorsaa gameessa Ajajaa Ol’aanaa Waraana Bilisummaa Oromoo Obbo Jireenyaa Guddaataa dubbisuun qophii qindeesse qaba.  

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Walitti-bu’insa Dheessuun Namoonni Koremii fi Ofilaarraa Bu’qqa’an Gargaarsa Akka Argachaa Hin Jirre Dubbatan08.0624-05-2024
2Itti fayyadama Bishaanii Kuusaa laga Abbayyaa Irratti Walii Galteen Jiru Hojii Irra ooluu Muummichi Ministeera Abiy Ahimed Beeksisaniiru07.7214-10-2024
3Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise08.3513-03-2025
4Kaadhimamaan Itti Aanaa Prezidaantii Ameerikaa Yaa'ii Biyyoolessaa Dimokraatotaa Guyyaa Sadaffaa Irratti Kaadhimummaa Isaanii Simatan07.322-08-2024
5Lammiileen Itiyoophiyaa Kuma Tokko Tahan Har’a Saawud Arabiyaarraa Gara Biyyaatti Deebifamuu Ministiriin Dhimma Alaa Biyyattii Beeksise  08.5512-03-2025
6Gareewwan Walitti-bu’insa Sudaan Kibbaatti Hirmaatan Akka Wal-dhibdee Isaanii Mariin Furatan IGAD Hubachiise06.9612-03-2025
7Jalqaba Baatii Sadaasaa Irra Keeniyaan Poolisii Itti Dabalaa Heeytiif Erguuf Ka Jirtu Ta’uu Beeksiste07.1314-10-2024
8Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira 06.2407-03-2025
9Jilli Yunaayitid Isteetis Prezidaantii Haaraa Filatame Waliin Wal Argan06.0827-05-2024
10Paartii Rippuubilikaaniirraa Dhalattuun Itiyoophiyaa Niwu Yoork Keessaaa Barcuma Paarlaamaa Yunaayitid Isteetis Qabachuuf Dorgomaa Jiran014.5313-02-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.89. Источник: www.voaafaanoromoo.com.