Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Jilli Yunaayitid Isteetis Prezidaantii Haaraa Filatame Waliin Wal Argan

Дата публикации: 27-05-2024 17:12:07

Jilli Kongireesii Yuunaayitid Isteetisi keessaa ergaman pireezidaantii haaraa Taayiwaan waliin Wiixata har’aa wal aragnii dubbataniiru. Chaayinaanimmoo deebii daawwannaa kanaaf deebii kennuu kan fakkaatu naannoo odola ofiin of bulchitu kanatti erga haasaan daawwannaa fi gargaarsaa dhaga’ameen booda shaakala humna waraanaa gaggeessiteetti.
Kookasii Kongireesii Yuunaayitid Isteetisitti hoogganaa dhimma Taayiwaan kan ta’an Ripaabilikaanitichi Andii Bar Ameerikaan gama waraanaa, dippiloomaasii fi diinagdeetiin Taayiwaaniin deeggaruuf kutannoo qbdi jedhan. Jilli Kongireesii Yuunaayitid Isteetsi kan gara Taayiwaaniitti imaleeru dimokiraatootaa fi Rippaabilikaaniirraa kan walitti dhufaniiran yommuu ta’an Maayikeel  Maakool dura taa’aa koree dhimma alaa mana maree Yuunaayitid Isteetisiin kan hogganamedha.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Walitti-bu’insa Dheessuun Namoonni Koremii fi Ofilaarraa Bu’qqa’an Gargaarsa Akka Argachaa Hin Jirre Dubbatan08.0624-05-2024
2Paartii Rippuubilikaaniirraa Dhalattuun Itiyoophiyaa Niwu Yoork Keessaaa Barcuma Paarlaamaa Yunaayitid Isteetis Qabachuuf Dorgomaa Jiran014.5313-02-2024
3Kaadhimamaan Itti Aanaa Prezidaantii Ameerikaa Yaa'ii Biyyoolessaa Dimokraatotaa Guyyaa Sadaffaa Irratti Kaadhimummaa Isaanii Simatan07.322-08-2024
4Mootummaa Itiyoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo Gidduutti Mariin Nagaa Marsaa Sadaffaa Geggeessamaa Laata?06.8922-02-2024
5Abukaatoon Pireezidaantii Kooriyaa Kibbaa Aangoo Irraa Kaafame Deggertoonni Isaanii Akka Hin Hidhamne “Hanga Dhumaattan Qabsaa’a” Jedhan  07.5702-01-2025
6Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 37ffaa Har’a Finfinneetti Jalqabame07.0317-02-2024
7Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira 06.2407-03-2025
8Itti fayyadama Bishaanii Kuusaa laga Abbayyaa Irratti Walii Galteen Jiru Hojii Irra ooluu Muummichi Ministeera Abiy Ahimed Beeksisaniiru07.7214-10-2024
9Jalqaba Baatii Sadaasaa Irra Keeniyaan Poolisii Itti Dabalaa Heeytiif Erguuf Ka Jirtu Ta’uu Beeksiste07.1314-10-2024
10Lammileen Namibiyaa Eega Filannoon Sababa Teekinikaan Dhaabatee Booda Gara Buufatalee Filannootti Deebi’udhaan Sagalee Kennaa Olan09.3829-11-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 6.08. Источник: www.voaafaanoromoo.com.