Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 37ffaa Har’a Finfinneetti Jalqabame

Дата публикации: 17-02-2024 20:47:11

Yaa’iin Gamtaa Afriikaa 37ffaan harra magaalaa Finfinneetti jalqabee jira. Yaa’ii gaggeessitootaa kanarratti har’a gaggeessitoonni biyyoottan Afriikaa dhimmoota nageenyaa, misoomaa fi keessumaa dhimma barnootaarratti dubbatanii jiru. Koomishineriin Gamtichaa Muusaa Faakii ammas Afrikaanonni rakkoo keessatti wal ilaaluun yaaddoo akka itti tahe dubbatanii, goolamni siyaasaa Saheel, kan Sudaan keessatti uumameef ragaadha jedhanii ammas biyyoottan furmaata barbaaduu irratti waliif akka tumsan gaafatanii jiran. Muummeen Ministeeraa Abiy Ahmed Aliis walgahicharratti Afrikaan ammas gama midhaan nyaataan harka alagaa ilaaluu hin malle jedhanii jiran. Mareen Gamtaa Afriikaa baranaa akka ijootti barnootarratti xiyyeeffata.  Galmoo Daawit walgayicha hordofee gabaasaa qindeesse qabna.

Основное содержимое страницы с новостью.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Itti fayyadama Bishaanii Kuusaa laga Abbayyaa Irratti Walii Galteen Jiru Hojii Irra ooluu Muummichi Ministeera Abiy Ahimed Beeksisaniiru07.7214-10-2024
2Naayijeriyaa fi Biyyoota Afrikaa Biroo Keessatti Gochaan Harma Sibiila How’aan Diriirsuu Dubartootatti Rakkoo Fayyaa Uumaa Jira09.5422-02-2024
3Walitti-bu’insa Dheessuun Namoonni Koremii fi Ofilaarraa Bu’qqa’an Gargaarsa Akka Argachaa Hin Jirre Dubbatan08.0624-05-2024
4Manni-Maree Bakka-Bu’ootaa Itiyoophiyaa Wixinee Qonnaan Bulaa Lafa Qabiyyeesaa Qabsiisee Baankiirraa Liqaa Fudhachuu Dandeessisu Raggaasise011.6514-05-2024
5Jalqaba Baatii Sadaasaa Irra Keeniyaan Poolisii Itti Dabalaa Heeytiif Erguuf Ka Jirtu Ta’uu Beeksiste07.1314-10-2024
6Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira 06.2407-03-2025
7Lammileen Namibiyaa Eega Filannoon Sababa Teekinikaan Dhaabatee Booda Gara Buufatalee Filannootti Deebi’udhaan Sagalee Kennaa Olan09.3829-11-2024
8Kaadhimamaan Itti Aanaa Prezidaantii Ameerikaa Yaa'ii Biyyoolessaa Dimokraatotaa Guyyaa Sadaffaa Irratti Kaadhimummaa Isaanii Simatan07.322-08-2024
9Jilli Yunaayitid Isteetis Prezidaantii Haaraa Filatame Waliin Wal Argan06.0827-05-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 9. Тональность: 0. Информативность: 7.03. Источник: www.voaafaanoromoo.com.