Вход на сайт

Просмотр новости

Найдите то, что Вас интересует

Naayijeriyaa fi Biyyoota Afrikaa Biroo Keessatti Gochaan Harma Sibiila How’aan Diriirsuu Dubartootatti Rakkoo Fayyaa Uumaa Jira

Дата публикации: 22-02-2024 11:37:11

Miidhagina barbaacha harma sibiila ho’an diriirsuun kutaalee Naayijeeriyaa tokko tokko dabalatee Afrikaa keessatti dubartoota gara miliyoona 3.8 ta’an irra miidhaa geessisaa jira. Kana gochuunis, guddina shamarran umurii kurnoota keessa jiran akka boodatti harkifatuu gochutti kan qiyyaafatee dha.


Основное содержимое страницы с новостью.

Miidhagina barbaacha harma sibiila ho’an diriirsuun kutaalee Naayijeeriyaa tokko tokko dabalatee Afrikaa keessatti dubartoota gara miliyoona 3.8 ta’an irra miidhaa geessisaa jira. Kana gochuunis, guddina shamarran umurii kurnoota keessa jiran akka boodatti harkifatuu gochutti kan qiyyaafatee dha.

This item is part of

Схожие новости

#Наименование новостиТональностьИнформативностьДата публикации
1Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 37ffaa Har’a Finfinneetti Jalqabame07.0317-02-2024
2Jalqaba Baatii Sadaasaa Irra Keeniyaan Poolisii Itti Dabalaa Heeytiif Erguuf Ka Jirtu Ta’uu Beeksiste07.1314-10-2024
3Lammileen Namibiyaa Eega Filannoon Sababa Teekinikaan Dhaabatee Booda Gara Buufatalee Filannootti Deebi’udhaan Sagalee Kennaa Olan09.3829-11-2024
4Faransaay Keessatti Boombiin Bara Waraansa Addunyaa Lammaffaa Argamuu Isaarraa Kan Ka'e  Geejjibni Baaburaa Akka Dhaabatu Taasisamee Jira 06.2407-03-2025
5Walitti-bu’insa Dheessuun Namoonni Koremii fi Ofilaarraa Bu’qqa’an Gargaarsa Akka Argachaa Hin Jirre Dubbatan08.0624-05-2024
6Biyyoonni Addunyaa Irraa Hiyyeeyyii Ta’an 26 Rakkoo Maallaqaa Hamaa Keessa Jiraachuu Baankiin Addunyaa Beeksise09.7814-10-2024
7Manni-Maree Bakka-Bu’ootaa Itiyoophiyaa Wixinee Qonnaan Bulaa Lafa Qabiyyeesaa Qabsiisee Baankiirraa Liqaa Fudhachuu Dandeessisu Raggaasise011.6514-05-2024
8Itti fayyadama Bishaanii Kuusaa laga Abbayyaa Irratti Walii Galteen Jiru Hojii Irra ooluu Muummichi Ministeera Abiy Ahimed Beeksisaniiru07.7214-10-2024
9Abukaatoon Pireezidaantii Kooriyaa Kibbaa Aangoo Irraa Kaafame Deggertoonni Isaanii Akka Hin Hidhamne “Hanga Dhumaattan Qabsaa’a” Jedhan  07.5702-01-2025
10Jilli Yunaayitid Isteetis Prezidaantii Haaraa Filatame Waliin Wal Argan06.0827-05-2024

Классификация: . Схожих патентов: 0. Схожих новостей: 10. Тональность: 0. Информативность: 9.54. Источник: www.voaafaanoromoo.com.